Akka cabbii in addaattu!



"Kottaa mee walii wajjin dhugaa in baafnaa cubbuun keessan akka dhiigaa yoo isin diimesse iyyuu, akka cabbii in addaattu, diimaa biluus yoo isin godhe iyyuu, akka jirbii iddamaa adii in taatu." jedha Waaqayyo. (Isa.1:18).

Mee Viidiyoo kana ilaalaatii yoo isin gargaare nama ni gargaara jettannii yaaddaniifis dabarsaa. Kun immoo isa Faarfataa Kabaa Fidoon "dhaamsa dhamsaan deema labsaa sagalee Gooftichaa isa abbaan moo'ichaa" jedhuu nu yaadachiisa.

Gooftaan Isin haa eebbisu!

Free video (Viidioyoo bilisaa) for Downloading -full length.



"cubbuun keessan akka dhiigaa yoo isin diimesse iyyuu, akka cabbii in addaattu" jedha waaqayyo!

No comments:

Post a Comment