Kottaa ni jennaa!

Maqaan Waaqayyoo har'as haa qulqullaa'u!

Gooftaan Yasuus barsiisa isaa keessatti, "Yeroo kadhattan, 'Yaa abbaa keenyaa Waaqarra kan jiraattu maqaan kee haa qulqullaa'u...Amen' jedhaa kadhadhaa" jedhee barsiise. Maqaan Waaqayyoo yeroo hundumaa ulfinaa fi qulqullinaan eegamuu barbaada. Eenyu keenyatu maqaa ofii isaa badee fi xuraa'ee arguu fi dhaga'uu barbaadaa? Yoo yeroo baay'ee maqaa namaa bal'eessuun salphaatti fudhatama ta'e illee, maqaan keenya immoo kabajamee fi ol kaafamee akka dubbatamu barbaanna.

Yaa michuu koo, Maqaan Waaqayyoo si biratti qulqullaa'uudhaan sii fi namoota naannoo kee jiraniif eebba guddaatu ta'a. Inni kun jaalala Waaqayyoo tis. Waaqayyo addumaan maqaa Isaa saba isaa irratti kabachisiisuu barbaada. kana jechuun, Waaqayyo sababii keetiif maqaan Isaa akka kabajamuu fi sodaatamu barbaada.

Wantoonni Maqaa Waaqayyoo nu irratti xureessuu barbaadan hedduutu jira. Waaqayyo garuu maqaa Isaa nu irratti kabchisiisuuf karaa ittiin nu gargaaru ka'eera. Yeroon kunis yeroo itti Waaqayyo maqaa isaa qulqulleessuuf ka'e dha. Kun immoo Warra Waaqayyoo wajjin waliif galanii maqaa Waaqayyoo qulqulleessaniif eebba, gama biraan immoo qajeelummaan Waaqayyoos karaan ittiin mul'atu dha.

Yaa fira koo, mee maaloo sagalee kana kadhataa fi qalbifataan dhaggeeffadhaa tii waan Waaqayyo isiniif gochuu barbaadu, waan inni isiniig gochuu barbaadus irraa fudhadhaa.

Gargaarsi Waaqayyoo dadhabbii keenya keessatti nu gargaaruuf akka jiru, yoo tufannee gargaarsa kana bira dabarre immoo miidhama guddaa keessa akka of buufnu yaadatti qabachuun barbaachisaa dha.

Eebbifamaa!

Download gochuuf kanatti bu'aa

Dabalataaf http://www.sdhtek.000space.com/lallabawangeelaa.htm daawwadha

6 comments:

  1. Lucky Club Casino Site | Online Slots | Play £10, Get 30 Free Spins
    Join Lucky Club Casino and claim Welcome Bonus of 30 free spins. Play slots, table games, & live casino games including Blackjack, Roulette luckyclub.live and Video Poker.

    ReplyDelete
  2. How to Bet in Atlantic City (NJ) with a Casino Credit card
    Make an online 아산 출장안마 casino deposit at least 충주 출장마사지 $10 and 부천 출장마사지 make an initial deposit using a Credit Card available only to new players at 김제 출장마사지 the casino's 대구광역 출장안마 NJ

    ReplyDelete
  3. The topic cricbet99 vip club can attract users interested in learning about VIP membership features and account-related benefits. A useful blog comment should focus on explaining the terms and conditions associated with such programs rather than making unrealistic promises. Users may want to understand eligibility, reward rules, account requirements, and any applicable limits. Reading the available information carefully can help prevent confusion. Keeping login details private is also important when managing any membership or account connected with online services.

    ReplyDelete
  4. Readers looking for information about Reddybook may find detailed guidance helpful when learning about its different features and account-related options. An informative article can explain the basic navigation process, registration requirements, login information, and important security considerations. Keeping account credentials private is especially important when using an online platform. Clear explanations can help users understand the terminology and processes without unnecessary confusion. Content that focuses on practical information and responsible account management provides useful value to readers researching this topic.

    ReplyDelete
  5. Mobile and online sports access can involve several features that may be unfamiliar to new users. Readers searching for Play99exch may want information about account access, sports markets, navigation, and general platform functionality. Clear content can explain these areas while emphasizing responsible use and account security. Users should protect their passwords and avoid sharing sensitive information with unknown sources. A well-written discussion that focuses on practical information can help readers understand the basic concepts and make the overall experience easier to navigate.

    ReplyDelete